Oromo

  •  

    Magnet School (Mana barumsaa addaa) Sadarkaa Tokkoffaa Baha Afrikaa

    Fulbaana 2023, Manneen Barnootaa Uummataa Seent Paawol mana baruumsaa aadawwan Baha Afrikaa irratti hundaa’e Afaanota Somaaliffa, Amaarifaa, Oromoo, Tigriffa, Arabiffaafi Swaahili dhaan banaa jira.

    • St. Paawol irraa geejiba bilisaa
    • Fedhiiwwan fedhiiwwan aadaa ni keessummeessa!

    Bakka manni baruumsaa itti argamu: 437 Edmund Ave. W., St. Paul 

    Kutaawwan: Keejii duraa-Kutaa 5 

    Sa’aatii barnootaa: 7:30 a.m.-2 p.m. 

    Galmaa’uf ykn gaaffii gaafachuuf, qunnamaa: Fadumo Salah, Giddu Gala Ramaddii Barattootaa, 651-632-3709 ykn fadumo.salah@spps.org

    Har’a galmaa’aa!